-
Uumama 40:21, 22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Innis ajajaa warra dhugaatii dhiheessanii sana gara aangoo isaa isa inni dhugaatii dhiheessuudhaan qabutti deebise; innis xoofoo sana Faraʼooniif dhiheessuu isaa itti fufe. 22 Ajajaa warra daabboo tolchanii sana garuu akkuma Yoseef abjuu isaanii isaaniif hiiketti ni fannise.+
-