-
Uumama 41:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Saawwan gaggaarii taʼan torban waggoota torba dha. Mataawwan midhaanii gaggaarii taʼan torbanis waggoota torba dha. Abjuuwwan kun tokkoo fi kan wal fakkaatani dha.
-
-
Uumama 41:47Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
47 Waggoota quufaa torban sanatti, lafattiin oomisha akka malee hedduu taʼe* kennite.
-