LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 45:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 “Hatattamaan gara abbaa kootti deebiʼaatii akkana isaan jedhaa: ‘Yoseef ilmi kee akkana jedha: “Waaqayyo guutummaa biyya Gibxii irratti gooftaa godhee na muudeera.+ Utuu hin turin gara kootti gad buʼi.+

  • Uumama 45:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Kana booda waggoonni beelaa shan waan hafaniif, ani achitti midhaan siifan kenna.+ Taʼuu baannaan garuu, atii fi maatiin kee ni hiyyoomtu; wanti ati qabdu hundis ni bada.”’

  • Uumama 47:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Beelichi baayʼee hammaatee waan tureef, guutummaa naannoo sanaa keessa midhaan* hin jiru ture; biyyi Gibxii fi biyyi Kanaʼaanis sababii beelichaatiin baayʼee hubamanii turan.+

  • Uumama 47:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Nuti ijji kee utuu arguu maaliif duuna? Lafti keenya hoo maaliif utuu hin qotamin hafa. Nuu fi lafa keenya midhaaniin bitadhu; nutis lafuma keenyaa wajjin Faraʼooniif garboota ni taana. Duʼa irraa oollee akka jiraannuuf, lafti keenyas utuu hin qotamin akka hin hafneef sanyii nuuf kenni.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi