-
Uumama 41:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Saawwan gaggaarii taʼan torban waggoota torba dha. Mataawwan midhaanii gaggaarii taʼan torbanis waggoota torba dha. Abjuuwwan kun tokkoo fi kan wal fakkaatani dha.
-