Uumama 47:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Beelichi baayʼee hammaatee waan tureef, guutummaa naannoo sanaa keessa midhaan* hin jiru ture; biyyi Gibxii fi biyyi Kanaʼaanis sababii beelichaatiin baayʼee hubamanii turan.+
13 Beelichi baayʼee hammaatee waan tureef, guutummaa naannoo sanaa keessa midhaan* hin jiru ture; biyyi Gibxii fi biyyi Kanaʼaanis sababii beelichaatiin baayʼee hubamanii turan.+