Uumama 4:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Ammas Addaam haadha manaa isaa wajjin saalqunnamtii raawwate; ishiinis ilma ni deesse. Ishiin, “Qaayin Abeeliin waan ajjeeseef,+ Waaqayyo bakka isaa sanyii kan biraa naaf kenne” jechuudhaan maqaa isaa Seet*+ jettee moggaaste.
25 Ammas Addaam haadha manaa isaa wajjin saalqunnamtii raawwate; ishiinis ilma ni deesse. Ishiin, “Qaayin Abeeliin waan ajjeeseef,+ Waaqayyo bakka isaa sanyii kan biraa naaf kenne” jechuudhaan maqaa isaa Seet*+ jettee moggaaste.