LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 41:48, 49
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 48 Innis waggoota torban sanatti biyya Gibxii keessaa midhaan walitti qabee magaalota keessatti kuusa ture. Tokkoon tokkoon magaalotaa keessattis, midhaan maasiiwwan naannoo isaanii jiran irraa argame ni kuusa ture. 49 Yoseefis akkuma cirracha qarqara galaanaatti midhaan akka malee hedduu taʼe walitti qabuu isaa itti fufe; midhaanichi madaalamuu kan hin dandeenye waan taʼeef, dhuma irratti isaan midhaanicha madaaluu ni dhiisan.

  • Uumama 47:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Yoseefis deebisee, “Maallaqni keessan yoo dhume, horii keessan fidaa; anis bakka horii keessanii midhaan isiniif nan kenna” isaaniin jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi