-
Uumama 43:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Waaqni Hundumaa Dandaʼu namichi isiniif gaddee obboleessa keessan sanaa fi Biiniyaamiin akka isiniif gadhiisu haa godhu. Egaa, ijoollee koo dhabee gadda irra buʼuun qaba yoon taʼes haa taʼu!”+
-