-
Uumama 41:57Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
57 Kana malees, beelichi guutummaa lafaa irratti akka malee hammaatee waan tureef, namoonni guutummaa lafaa irra jiran Yoseef irraa midhaan bituuf gara Gibxii dhufan.+
-
-
Hojii Ergamootaa 7:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Haa taʼu malee, guutummaa biyya Gibxii fi Kanaʼaan keessatti beelli, eeyyee, rakkinni guddaan ni dhufe; abbootiin keenyas wanta nyaatan dhaban.+
-