LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 42:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Isin basaastota utuu hin taʼin namoota qajeeloo taʼuu keessan akkan beekuufis obboleessa keessan isa quxisuu gara kootti fidaa. Sana booda ani obboleessa keessan isiniif nan deebisa; isinis biyyattii keessatti daldaluu dandeessu.’”

  • Uumama 43:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Ol jedhee obboleessa isaa Biiniyaam isa ilma haadha isaa+ taʼe sana ilaalee, “Kun obboleessa keessan isa quxisuu isa waaʼee isaa natti himtan sanaa?” isaaniin jedhe.+ Itti dabaluudhaanis, “Yaa ilma koo, Waaqayyo gaarummaa isaa sitti haa argisiisu” jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi