LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 45:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Ilmaan Israaʼelis akkuma jedhaman ni godhan; Yoseefis akkuma Faraʼoon ajajetti gaariiwwan isaaniif ni kenne; daandii isaaniitiifis galaa isaaniif ni kenne.

  • Uumama 45:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Abbaa isaatiifis, harroota wantoonni gaggaariin biyya Gibxiitii argaman irratti feʼaman kudhan, akkasumas harroota dhaltuu midhaan, daabboonii fi wantoonni abbaa isaatiif karaadhaaf galaa taʼan irratti feʼaman kudhan ni erge.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi