Uumama 37:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Ruubenis+ yommuu kana dhagaʼu, isaan irraa isa oolchuuf yaalii godhe. Kanaafuu, “Lubbuu isaa balleessuun illee nutti haa hafu” jedhe.+
21 Ruubenis+ yommuu kana dhagaʼu, isaan irraa isa oolchuuf yaalii godhe. Kanaafuu, “Lubbuu isaa balleessuun illee nutti haa hafu” jedhe.+