-
Uumama 42:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
42 Yaaqoobis biyya Gibxii keessa midhaan akka jiru yeroo beeketti+ ilmaan isaatiin, “Calluma jettanii kan wal ilaaltan maaliifi?” jedhe. 2 Itti dabaluudhaanis, “Ani Gibxii keessa midhaan akka jiru dhagaʼeera. Lubbuudhaan akka jiraannuu fi duʼa irraa akka oolluuf, achitti gad buʼaatii midhaan nuuf bitaa” isaaniin jedhe.+
-