25 Sana booda nyaata nyaachuuf taaʼan. Ol jedhanii yeroo ilaalanis, imaltoonni Ishmaaʼelota+ taʼan Giiliyaad irraa yommuu dhufan ni argan. Gaalota isaanii irrattis hapheen foolii gaarii qabu, baalsaamiinii fi qolli mukaa haphee qabu+ feʼamee ture; isaan gara Gibxiitti gad buʼaa turan.