-
Uumama 42:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Bakka buufatanittis isaan keessaa inni tokko harree isaatiif gafara kennuuf karaciitii isaa yommuu hiiku, afaan karaciitii isaa keessatti maallaqa isaa arge.
-