-
Uumama 43:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Isaanis akkana jedhanii isaaf deebisan: “Namichi, ‘Abbaan keessan amma iyyuu lubbuudhaan jiraa? Obboleessa kan biraa hoo qabduu?’ jedhee waaʼee keenyaa fi waaʼee firoottan keenyaa kallattiidhaan nu gaafate; nutis wantoota kana isatti himne.+ Akka inni, ‘Obboleessa keessan fidaa’ nuun jedhu akkamitti beekuu dandeenya?”+
-