-
Uumama 42:25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Sana booda Yoseef, karaciitii* isaaniitti midhaan akka guutan, maallaqa tokkoon tokkoon isaaniis karaciitii isaaniitti akka deebisan, daandii isaaniitiifis galaa akka isaaniif kennan ajaje. Kunis isaaniif ni godhame.
-