LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 37:31-34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Kanaafuu, uffata Yoseef fudhatanii korbeessa reʼee tokko qalanii uffaticha dhiigicha keessa cuuphan. 32 Sana booda uffata addaa sana gara abbaa isaaniitti erganii, “Kana arganneerra. Maaloo, kun uffata ilma keetii taʼuu fi dhiisuu isaa ilaali” isaan jedhan.+ 33 Innis uffaticha ilaalee, “Uffata ilma kootii ti! Bineensi bosonaa hamaan isa nyaatee taʼuu qaba! Yoseef dhugumaan ciccirameera!” jedhee iyye. 34 Yeroo kanatti Yaaqoob uffata isaa tarsaasee, uffata gaddaas mudhii isaatti hidhatee guyyoota hedduudhaaf ilma isaatiif booʼe.*

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi