-
Uumama 43:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Ani nageenya isaatiif wabii nan taʼa.+ Wanti tokko yoo isa irra gaʼe ani ittan gaafatama. Isa gara keetti deebisee yoon fiduu baadhe, jireenya koo guutuu si duratti cubbamaa nan taʼa.
-