LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 41:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Sana booda garuu waggoonni beelaa torba dhugumaan ni dhufu; quufni biyya Gibxii keessa ture hundis dhugumaan ni irraanfatama; beelichis biyyattii akka malee ni huba.+

  • Uumama 47:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Waggaan sun xumuramee waggaan itti aanu yeroo jalqabutti isaan gara isaa dhufanii akkana isaan jedhan: “Maallaqni keenyaa fi beeladoonni keenya gooftaa keenyaaf akka kenname gooftaa keenya jalaa dhoksuu hin dandeenyu. Numaa fi lafa keenya malee amma wanti gooftaa keenyaaf kennuu dandeenyu tokko illee hin jiru.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi