Uumama 46:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Yoseef gaarii fardaa isaa akka isaaf qopheessan godhee abbaa isaa Israaʼeliin simachuuf Gooshenitti ol baʼe. Yommuu isa argatus yeruma sana isa hammatee* yeroo dheeraadhaaf booʼe.*
29 Yoseef gaarii fardaa isaa akka isaaf qopheessan godhee abbaa isaa Israaʼeliin simachuuf Gooshenitti ol baʼe. Yommuu isa argatus yeruma sana isa hammatee* yeroo dheeraadhaaf booʼe.*