-
Uumama 45:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Wanta Yoseef isaaniin jedhe hundumaa yommuu isatti himanii fi gaariiwwan akka isa fidaniif Yoseef erge sana yommuu argu, hafuurri abbaa isaanii Yaaqoob ni haarome.
-
-
Uumama 46:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Sana booda Yaaqoob Ber Sheebaadhaa ni baʼe; ilmaan Israaʼelis gaariiwwan warra Faraʼoon akka ittiin isa fidaniif erge sanaan abbaa isaanii Yaaqoobiin, ijoollee isaanii fi haadhotii manaa isaanii ni fidan.
-