-
Lakkoofsa 26:15-17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Ilmaan Gaad+ akka maatii maatii isaaniitti kanneen kana turan: Zefoon keessaa maatii Zefoonotaa, Haagii keessaa maatii Haagotaa, Shuunii keessaa maatii Shuunotaa, 16 Oznii keessaa maatii Oznotaa, Eerii keessaa maatii Eerotaa, 17 Arood keessaa maatii Aroodotaa, akkasumas Ariʼelii keessaa maatii Ariʼelotaa.
-