- 
	                        
            
            Lakkoofsa 26:38-40Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
38 Ilmaan Biiniyaam+ akka maatii maatii isaaniitti kanneen kana turan: Beelaa+ keessaa maatii Beelotaa, Ashbeel keessaa maatii Ashbeelotaa, Ahiraam keessaa maatii Ahiraamotaa, 39 Shefufaam keessaa maatii Shefufaamotaa, akkasumas Hufaam keessaa maatii Hufaamotaa. 40 Ilmaan Beelaa Ardii fi Na’amaan turan:+ Ardii keessaa maatii Ardotaa, akkasumas Naʼamaan keessaa maatii Naʼamotaa.
 
 -