-
Uumama 31:38Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
38 Waggoottan 20 ani sii wajjin ture kanatti, hoolonnii fi reʼoonni kee matumaa hin gatatne;+ anis xobbaallaa hoolaa bushaayee keetii matumaa hin nyaanne.
-