LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 30:35, 36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Achiis guyyaa sanatti, reʼoota korbeeyyii sarara of irraa qabanii fi warra buburree taʼan, reʼoota goromtii warra tuqaa hedduu of irraa qabanii fi warra buburree taʼan hundumaa, akkasumas hoolota xobbaallaa gidduudhaa immoo warra halluu adii of irraa qabanii fi warra magaala taʼan hundumaa adda baasee akka tiksaniif ilmaan isaatti kenne. 36 Sana booda gara iddoo Yaaqoob irraa adeemsa guyyaa sadii fagaatu ni deeme; Yaaqoob immoo bushaayee Laabaan warra hafan tiksa ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi