-
Uumama 47:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Nuti ijji kee utuu arguu maaliif duuna? Lafti keenya hoo maaliif utuu hin qotamin hafa. Nuu fi lafa keenya midhaaniin bitadhu; nutis lafuma keenyaa wajjin Faraʼooniif garboota ni taana. Duʼa irraa oollee akka jiraannuuf, lafti keenyas utuu hin qotamin akka hin hafneef sanyii nuuf kenni.”
-