-
Uumama 47:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Inni utuu hin bitin kan dhiise lafa lubootaa qofa ture;+ sababiin isaas, lubootaaf soorata kan kennu Faraʼoon waan tureef, soorata Faraʼoon isaaniif kennuun jiraatu turan. Isaan lafa isaanii kan hin gurgurre kanaafi.
-