Uumama 50:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 ‘Abbaan koo, “Kunoo, ani duʼuufan jedha.+ Iddoo awwaalchaa+ koo isan biyya Kanaʼaan keessatti qotadhe keessatti na awwaali”+ jedhee na kakachiiseera.+ Maaloo, ol baʼeen abbaa koo awwaalladhee deebiʼa.’”
5 ‘Abbaan koo, “Kunoo, ani duʼuufan jedha.+ Iddoo awwaalchaa+ koo isan biyya Kanaʼaan keessatti qotadhe keessatti na awwaali”+ jedhee na kakachiiseera.+ Maaloo, ol baʼeen abbaa koo awwaalladhee deebiʼa.’”