Uumama 17:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Abraam yommuu umuriin isaa waggaa 99 taʼutti Yihowaan isatti mulʼatee akkana isaan jedhe: “Ani Waaqa Hundumaa Dandaʼu dha. Ana duratti deddeebiʼi; mudaa* kan hin qabne taʼuu kees argisiisi. Uumama 24:40 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 40 Innis akkana naan jedhe: ‘Yihowaan inni ani isa duratti deddeebiʼe+ maleekaa isaa sii wajjin ni erga;+ dhugumaan adeemsa kee siif ni milkeessa; atis maatii koo fi mana abbaa koo keessaa+ ilma kootiif haadha manaa ni fidda.
17 Abraam yommuu umuriin isaa waggaa 99 taʼutti Yihowaan isatti mulʼatee akkana isaan jedhe: “Ani Waaqa Hundumaa Dandaʼu dha. Ana duratti deddeebiʼi; mudaa* kan hin qabne taʼuu kees argisiisi.
40 Innis akkana naan jedhe: ‘Yihowaan inni ani isa duratti deddeebiʼe+ maleekaa isaa sii wajjin ni erga;+ dhugumaan adeemsa kee siif ni milkeessa; atis maatii koo fi mana abbaa koo keessaa+ ilma kootiif haadha manaa ni fidda.