- 
	                        
            
            Uumama 35:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
22 Gaaf tokko utuma Israaʼel biyya sana keessa jiraachaa jiruu, Ruuben gara Biilhaa ishii saajjatoo abbaa isaa taate sanaa dhaqee ishii wajjin ciise; Israaʼelis waaʼee kanaa ni dhagaʼe.+
Yaaqoob ilmaan 12 qaba ture.
 
 -