LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 29:33, 34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Ishiin ammas ulfooftee ilma deesse; achiis, “Yihowaan akkan hin jaallatamne waan argeef, na dhagaʼee isa kanas naaf kenneera” jette. Achiis maqaa isaa Simiʼoon*+ jettee moggaaste. 34 Ishiin ammas ulfooftee ilma deesse; achiis, “Ani ilmaan sadii waanan isaaf daʼeef, amma abbaan manaa koo caalaatti natti dhihaata” jette. Kanaafuu, maqaan isaa Leewwii*+ jedhamee moggaafame.

  • Uumama 35:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Ilmaan inni Liyaa irraa dhalche, ilma isaa isa angafaa kan taʼe Ruuben,+ achiis Simiʼoon, Leewwii, Yihudaa, Yisaakorii fi Zaabiloon turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi