Lakkoofsa 10:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Kanaafuu, jalqaba irratti buufanni garee Yihudaa inni gosoota sadii qabate akka garee garee* isaatti kaʼee ni deeme; Naʼaasoon+ ilmi Aminaadaab ajajaa garee sanaa ture. 2 Saamuʼel 5:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Akka kanaan, jaarsoliin Israaʼel hundi gara mooticha isa Kebroonitti argamuu dhufan; Daawit Mootichis Kebroonitti Yihowaa duratti isaanii wajjin kakuu gale.+ Achiis isaan Daawitiin Israaʼel irratti mootii godhanii diban.+
14 Kanaafuu, jalqaba irratti buufanni garee Yihudaa inni gosoota sadii qabate akka garee garee* isaatti kaʼee ni deeme; Naʼaasoon+ ilmi Aminaadaab ajajaa garee sanaa ture.
3 Akka kanaan, jaarsoliin Israaʼel hundi gara mooticha isa Kebroonitti argamuu dhufan; Daawit Mootichis Kebroonitti Yihowaa duratti isaanii wajjin kakuu gale.+ Achiis isaan Daawitiin Israaʼel irratti mootii godhanii diban.+