Mulʼata 5:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Haa taʼu malee, jaarsolii sana keessaa inni tokko, “Hin booʼin. Kunoo, Leenci gosa Yihudaa,+ hiddi+ Daawit,+ maraa kitaabaa kana hiikuu fi chaappaawwan isaa torban banuuf injifateera”+ naan jedhe.
5 Haa taʼu malee, jaarsolii sana keessaa inni tokko, “Hin booʼin. Kunoo, Leenci gosa Yihudaa,+ hiddi+ Daawit,+ maraa kitaabaa kana hiikuu fi chaappaawwan isaa torban banuuf injifateera”+ naan jedhe.