Maatewos 4:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Achiis Naazireetii erga baʼee booda, gara Qifirnaahom+ dhaqee achi jiraachuu jalqabe; Qifirnaahom galaana isa koonyaawwan Zaabiloonii fi Niftaalem keessa jiru biratti argamti turte;
13 Achiis Naazireetii erga baʼee booda, gara Qifirnaahom+ dhaqee achi jiraachuu jalqabe; Qifirnaahom galaana isa koonyaawwan Zaabiloonii fi Niftaalem keessa jiru biratti argamti turte;