Iyyaasuu 19:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Achiis carraan inni sadaffaan+ sanyii Zaabilooniif+ akka maatii maatii isaaniitti ni baʼe; daangaan dhaala isaaniis hamma Saariiditti ni fagaata.
10 Achiis carraan inni sadaffaan+ sanyii Zaabilooniif+ akka maatii maatii isaaniitti ni baʼe; daangaan dhaala isaaniis hamma Saariiditti ni fagaata.