LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 14:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Sululli* Siidiim boollawwan reenjii hedduu qaba ture; mootonni Sodoomii fi Gomoraa baqachuuf yommuu yaalii godhan boollawwan sana keessatti kukkufan; warri hafanis gara naannoo gaarotaatti baqatan.

  • Baʼuu 2:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Isa dhoksuu yommuu dadhabdettis+ guuboo* dhallaadduu irraa tolfame fudhattee leelee* fi hapheedhaan maragdee mucicha achi keessa keesse; achiis guuboo sana shomboqqoo qarqara Laga Abbayyaatti argamu gidduu keesse.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi