LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 23:17, 18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Akka kanaan maasiin Efroon inni Maakfelaa keessatti argamuu fi Maamreetti dhihoo jiru, jechuunis maasichii fi holqi achi keessatti argamu, akkasumas mukeetiin daangaa maasichaa keessatti argaman hundi, 18 bakka ilmaan Heet argamanitti, akkasumas warra karra magaalaa isaatti seenan hundumaa duratti qabeenya Abrahaam bite taʼuun isaa ni mirkanaaʼe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi