-
Uumama 7:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Kanaafuu, akkuma Waaqayyo isa ajajee turetti akaakuun uumamawwan foon taʼanii hundi kormaa fi dhaltuu taʼanii gara doonichaatti seenan. Sana booda Yihowaan isaan duubaan balbalicha ni cufe.
-