-
Uumama 41:43Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
43 Kana malees, inni gaarii fardaa ulfinaa isa kan mootichaa taʼee fi sadarkaa lammaffaa qabu isa yaabbachiise; isaanis isa dura buʼanii, “Avreek!”* jedhanii iyyu turan. Akka kanaan inni guutummaa biyya Gibxii irratti isa ni muude.
-