29 Israaʼel yeroon itti duʼu yommuu gaʼetti,+ ilma isaa Yoseefiin waamee akkana isaan jedhe: “Amma ani si duratti fudhatama argadheera yoon taʼe, maaloo, harka kee gudeeda koo jala kaaʼi; jaalala amanamaa fi amanamummaas natti argisiisi. Maaloo, biyya Gibxii keessatti na hin awwaalin.+