Uumama 7:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Akaakuu bineensotaa qulqulluu taʼan hundumaa keessaa kormaa fi dhaltuu godhii torba torba* fudhadhu;+ bineensa qulqulluu hin taane hundumaa keessaa immoo kormaa fi dhaltuu godhii lama lama fudhadhu;
2 Akaakuu bineensotaa qulqulluu taʼan hundumaa keessaa kormaa fi dhaltuu godhii torba torba* fudhadhu;+ bineensa qulqulluu hin taane hundumaa keessaa immoo kormaa fi dhaltuu godhii lama lama fudhadhu;