- 
	                        
            
            Uumama 1:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
29 Achiis Waaqayyo akkana jedhe: “Kunoo, ani biqiltuu sanyii godhatuu fi guutummaa lafaa irratti argamu hundumaa, akkasumas muka firii sanyii qabu godhatu hundumaa isiniif kenneera. Isaan nyaata isiniif haa taʼan.+
 
 -