Baʼuu 20:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 “Hin ajjeesin.+ Lakkoofsa 35:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 “‘Namni nama* ajjeese kam iyyuu ragoonni yoo isa irratti ragaa baʼan+ nama lubbuu balleesse waan taʼeef haa ajjeefamu;+ haa taʼu malee, eenyu iyyuu ragaa namni tokko qofti isa irratti baʼuun ajjeefamuu hin qabu. Maatewos 26:52 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 52 Yesuus garuu akkana isaan jedhe: “Goraadee kee manʼee isaatti deebisi;+ warri goraadee luqqifatan hundi goraadeedhaan badu.+
30 “‘Namni nama* ajjeese kam iyyuu ragoonni yoo isa irratti ragaa baʼan+ nama lubbuu balleesse waan taʼeef haa ajjeefamu;+ haa taʼu malee, eenyu iyyuu ragaa namni tokko qofti isa irratti baʼuun ajjeefamuu hin qabu.
52 Yesuus garuu akkana isaan jedhe: “Goraadee kee manʼee isaatti deebisi;+ warri goraadee luqqifatan hundi goraadeedhaan badu.+