Hisqiʼel 38:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Gomeerii fi loltoonni ishii hundi, andaara lafaa kaabaa irraas namoonni Togaarmaa+ fi loltoonni isaanii hundi, jechuunis namoonni hedduun sii wajjin jiru.+
6 Gomeerii fi loltoonni ishii hundi, andaara lafaa kaabaa irraas namoonni Togaarmaa+ fi loltoonni isaanii hundi, jechuunis namoonni hedduun sii wajjin jiru.+