Miikiyaas 5:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Isaan biyya Asoor goraadeedhaan ni tiksu,+ Karra biyya Naamrudis+ ni toʼatu. Yommuu Asoorichi dhufee biyya keenya weeraruu fi naannoo keenya dhidhiitutti,Inni isa irraa nu oolcha.+
6 Isaan biyya Asoor goraadeedhaan ni tiksu,+ Karra biyya Naamrudis+ ni toʼatu. Yommuu Asoorichi dhufee biyya keenya weeraruu fi naannoo keenya dhidhiitutti,Inni isa irraa nu oolcha.+