Yoonaas 3:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Kanaafuu, Yoonaas dubbii Yihowaatiif ajajamuudhaan+ kaʼee gara Nanawwee+ dhaqe. Nanawween magaalaa baayʼee guddoo* yeroo taatu, miilaan guyyaa sadii deemsisti turte. Maatewos 12:41 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 41 Namoonni Nanawwee lallaba Yoonaas dhagaʼanii yaada waan geddarataniif,+ yeroo murtiitti dhaloota kanaa wajjin kaʼanii itti murteessu. Haa taʼu malee, kunoo, Yoonaas irra kan caalu as jira.+
3 Kanaafuu, Yoonaas dubbii Yihowaatiif ajajamuudhaan+ kaʼee gara Nanawwee+ dhaqe. Nanawween magaalaa baayʼee guddoo* yeroo taatu, miilaan guyyaa sadii deemsisti turte.
41 Namoonni Nanawwee lallaba Yoonaas dhagaʼanii yaada waan geddarataniif,+ yeroo murtiitti dhaloota kanaa wajjin kaʼanii itti murteessu. Haa taʼu malee, kunoo, Yoonaas irra kan caalu as jira.+