3 gara Kanaʼaanota+ kallattii bahaa fi dhihaatti argamaniitti, gara Amoorotaatti,+ gara Heetotaatti, gara Pheriizotaatti, gara Yebuusota warra naannoo gaarotaatti argamaniitti, akkasumas gara Hiiwota+ biyya Misphaa keessa Hermoon+ jalatti argamaniitti dhaamsa ni erge.