-
Hisqiʼel 27:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Namoonni Arwaad warri raayyaa waraanaa kee keessa jiran sitti marsanii dallaawwan kee irra dhaabbataniiru,
Gootonnis masaraawwan kee irra jiru turan.
Isaan dallaawwan keetti gaachanoota marsaniiru,
Miidhaginni kees mudaa kan hin qabne akka taʼu godhaniiru.
-