2 Uumamawwan jiraatoon lafa irratti argaman hundi, uumamawwan samii irra barrisan hundi, wantoonni lafa irra sochoʼan hundii fi qurxummiiwwan galaanaa hundi isin sodaachuun isaanii fi isin duratti romʼuun isaanii itti haa fufu. Isaan amma harka keessanitti dabarfamanii kennamaniiru.+